Fuula Duraa - Wq/om - Wikimedia Incubator
Jump to content
From Wikimedia Incubator
Wq
om
(Redirected from
Wq/om/Fuula Dura
Wq
om
Fuula Duraa
WIKIKOOT AFAAN OROMOO
makmaaksa bilisaa kan
namuu gulaaluu danda'u

Kamisa, Elba 23, 2026, 01:10 (
UTC
Fuulbarruuwwan Jechamootaa
46
Afaan Oromoon
Jijjiirama Reefuu
Gargaarsa
J E C H A M O O T A
F I L A T A M O O
Jechama Mi'aahaa Yeroo
Hin beeku, hin danda'u hin jedhin.
Wanti hunduumtuu kaka'umsaafi yaalii dhala
namaarraan argamani.
Rechard Branson kitaaba isaa "screw it let's do it"
jedhu irratti akka barreessetti "Hojjettoonni koo
kaamphaanii Varjin obbo eeyyee (Mr yes) jedhanii
na waamu. Sababiinsaa hin hojjennu waanan hin
jenneefi. Wantoota hojjechuu dhiisuu caalaa
wantoota hojjechuuf caalaatti karaan natti mul'ata.
Ejjennoonkoo (murtoonkoo) "maarree ha hojjennuu"
Kan jedhuudha.
Waan kana akkan itti hojjedhu waanan hin beekneef
hin danda'u jedhee hin beeku. Nan yaala. Seeroonni
waa'ee hin baafne hojjechuu irraa na hin dhowwan.
Karaa seera qabeessa ta'een akkan itti hojjedhu hin
dhabu. Hojjettoota kootti akkas jedheen hima
"hojjechuu barbaannaan hojjedhaa". karaa kana
Hundi keenya fayyadamoo taanaa.
"Hin danda'u" wanti jedhuus si dadhabsiisuu hin
qabu. Karooraa kee fiixaan baafachuuf muuxannoo
hin qabdu yoo ta'e fala barbaadi.
Fakkeenyaaf xiyyaaraa balaliisuu barbaadda yoo
ta'e buufata xiyyaaraa deemii shaayii danfisii
gurguri. Iji kee yeroo hundaa banaa ha ta'uu. Ilaalii
baradhu. Dizaayinara faashinii ta'uu barbaadda yoo
ta'e dirqama mana barumsaa aartii galtee
barachuun sirraa hin eegamu. Kaamphaanii faashinii
seenii qulqulleessuun qacarami. Karaa ittiin ol
guddattu barbaadi" jedhe.
Waan hundumaa yaali. Utuu yaaliin hin jiraanne
daa'imni daa'imee Muka qabatee ol ka'ee hin
dhaabbatu. Dhaabbatee suuta miilla butee hin
adeemu. Ji'arra qubachuun bu'aa yaaliiti. Muka
qabataa Kan hin qabne qilleensarra xiyyaaraan
balali'uun bu'aa yaaliin as fideedha. Hin danda'u
jechi jedhummoo miiraa yaalii ajjeesa. Yaaliin
immoo miiraa hin danda'amu jedhu balleessa. Hin
beektu yoo ta'e baruuf carraaqi hin beeku jettee hin
taa'in. Hin danda'u hin jedhin danda'uuf carraaqi.
Beeekuunis danda'uunis nii danda'ama. hin beeku
hin danda'u hin jedhin.
Waan dubbiftaaniif Galatooma.
Barruu kana kan barreesse ana miti.Waan natti
toleefin isiniif qoode.
Guyyaa
- Elba 23, 2026
Fayyadamaa haaraa ykn madaqoo yoo taate armaan olirraa dura Gargaarsa cuqaasuun dubbisi.!....
Welcome to the Oromo Wikiquote. This series of pages is for a test-wikiquote in the
Oromo language
Your Quote input here will be appreciated. The request for the creation of the Oromo Wikiquote will be approved if and when there is sufficient page or Quote content. When it is approved, all content here would be moved to the actual Wikiquote.
Because this is a test-wikiquote all page here must begin with the format [[Wq/om/Name of article]]. For example, an article about Afaan Oromoo should be titled here as
Wq/om/Afaan Oromoo
. (Of course in the actual wikiquote, the article would be titled as [[Afaan Oromoo]].)
Afaan Oromoo speakers are encouraged to create as many top-quality Page as possible.
Please click on
Help
Mammaaksa Oromoo
Hayyoota Oromoo
Tarree Biyyootaa
Tarree Hayyootaa
Wiikota Obbolaawwan
Wikikoot
kan hojiirra oolu dhabbata bu'aaf hin hojjenne
Dhaabbata Wikimiidiyaa
, piroojektii
afdaneessa
fi
qabiyyee-bilisa
dalagudha:
Afaan Oromoon Wikiwwan jiran dubbisuu dandeessu
Wikshinarii
galmee jechaa bilisaa
Wikippediyaa
galmee beekumsaa bilisaa
Meta-Wiki
Qindeessummaa piroojektii
Komoonsi
Shared media repository
Wikidata
Yayyaba beekumsaa bilisa
WIKIKOOTII QOOQAWWAN BIROON DUBBISAA!....
Ingiliffaa
Afrikoota
Afaan Albaaniyaa
العربية (Arabiffa)
Հայերեն (Armeniffa)
Azerii
Afaan Basque
Afaan Bosniyaa
Български (Afaan Bulgariyaa)
Afaan Catalan
中文 (Chaayiniffa)
Afaan Kiroshiyaa
Afaan Kizech
Afaan Danish
Afaan Dach
Afaan Esperanto
Afaan Estoniyaa
Finnish
French
Galician
ქართულ (Georgian)
German
Ελληνικά (Greek)
עברית (Hebrew)
Hungarian
Icelandic
Indonesian
Italian
日本語 (Japanese)
한국어 (Korean)
Kurdish
Limburgian
Lithuanian
മലയാളം (Malayalam)
Norwegian (Bokmål)
Norwegian (Nynorsk)
فارسی (Persian)
Polish
Portuguese
Romanian
Русский (Russian)
Српски (Serbian)
Slovak
Slovenian
Spanish
Swedish
தமிழ் (Tamil)
తెలుగు (Telugu)
ไทย (Thai)
Turkish
Українська (Ukrainian)
Vietnamese
Welsh
Retrieved from "
Categories
Wq/om
Wq/om/Biyya
Hidden categories:
Maintenance:Pages using the interwiki template
Maintenance:Wikidata interwiki links
Wq
om
Fuula Duraa
Add topic